Finfinnee, Amajjii 16/2025 – Manni Murtii Aanaa Aksum ajaja manneen barnootaa magaalattii shan barattoonni muslimaa hijaaba uffatanii mooraa mana barumsaa akka hin seenne dabarsan ugguramee akka turu ...
Tuutni Gadaa Karrayyuu shanan Muddee 2024 keessa sirna Buttaa Qaluu yeroo raawwatan (Suuraa: Kominikeeshinii Aanaa Fantaallee) Finfinnee, Amajjii 24/2025 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Bahaa aanaa ...
Finfinnee, Muddee 10/2024 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Lixaa aanaa Dagaa Daamoot magaala Faras Beetiitti hoggantoonni sadarkaa aanaa fi gandaa 37 hidhattootaan ajjeefamuu jiraattonni Addis ...
Finfinnee, Amajjii 31/2025 – Waldaan Ogummaa Fayyaa Itoophiyaa naannolee tokko tokkotti hakimoonni sababa mindaa isaanii gaafataniif hidhaman jiraachuu eeruun yaaddoo… ...
Addis Abeba– Puntland police have denied reports that Ethiopian nationals were killed in the region, calling the claims “false.” However, they acknowledged that a “minor incident” involving people ...
Addis Abeba – In mid-January 2025, Human Rights Watch (HRW) published its overview of the human rights situation in Ethiopia for 2024. The report stated that human rights continue to be violated, ...
Finfinnee, Amajjii 30/2024 – Naannoo Oromiyaatti waamicha lagannaa gabaa fi uggura geejjibaa marsaa lammataaf Dilbata Amajjii 28 galgala irraa eegalee labsameen wal-qabatee kutaalee Oromiyaa gara ...
Finfinnee, Guraandhala 14/2024 – Ministeerri Barnootaa jijjiirama imaammata gurguddaa waggoota dhufan keessatti qulqullina barnoota ni fooyyeessu jedhee gara hojiitti seenuus haala bulchiinsa sirna ...
Finfinnee, Muddee 23, 2024 – Naannoo Kibba Itoophiyaa aanaa Gorkaa ganda Qoreetti haleellaa hidhattoonni guyyaa kaleessaa raawwataniin qonnaanbultoonni lama “haala sukaneessaan” ajjeefamuu aanga’aafi ...
Addis Abeba– Forty-four Muslim female students at Dilla University, who had been barred from campus for wearing the niqab, a religious attire, have returned to their studies “following an agreement ...
Finfinnee – Mariin marsaa lammaffaa nageenyaa mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Biisummaa Oromoo (WBO) gidduutti ji’a darbe keessa eegalamee ture Oromiyaa keessatti qofa osoo hin taane guutuu ...
Finfinnee, Amajjii 10/2024 – Torban muraasa dura Itoophiyaan miseensa ta’uuf kaadhimamaa kan itti taate Mana Maree Nageenya fi Tasgabbii Afrikaaf, Somaaliyaanis kaadhimamaa of taasisuu ishee of ...