BBC Learning English - Essential English Afaan Oromoo Episode 15.wav - BBC Sounds From: BBC Learning English Essential English Afaan Oromoo Episode 15.wavEssential English Afaan Oromoo Episode 15.wav ...
Atihoo? Kitaabilee yeroo barataa sadarkaa jalqabaa turte fayyadamte yaadattaa? ‘Stereotypes’ wahii qabu turee? Yeroo guddattu kan si fayyade ‘role models’ qaba ture jettee yaaddaa? Barnoota torban ...